Itoophiyaan miseensa Mana Maree Ispoortii Loltummaa Idil Addunyaa taate
Finfinnee, Caamsaa 16, 2017 (FMC) Itiyoophiyaan miseensa Mana Maree Ispoortii Loltummaa Idil Addunyaa 142ffaa ta’uun galmoofte.
Caamsaa 11, 2017 irraa eegalee Siriilaankaatti Yaa’iin…