Ispoortii Abbaa fi ilma waancaa addunyaa irratti Yonatan Birhanu Jun 9, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 2, 2018 (FMC) – Liiliyaan Turaam fi Maarkas Turaam abbaa fi ilma yeroo addaddaatti garee biyyaalessaa Faransaay bakka bu'uun tapha Waancaa Addunyaa irratti taphatanii…
Ispoortii Obbolaa lamaan Tiyoo fi Lukaas Hernandeez garee biyaalessaa Faransaay keessatti Yonatan Birhanu Jun 8, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 1, 2018 (FMC) – Lukaas Hernandeez fi Tiyoo Hernandeez obbolaa kilaboota Awurooppaa fi garee biyyaalessaa Faransaay keessatti milkaa'an keessaa isaan adda dureedha.…
Oduu biyya keessaa Milkaa’inni badhaadhina waliigalaa Itiyoophiyaa cimee ityi fufa – Obbo Adam Faaraah Yonatan Birhanu Jun 7, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 30, 2018(FMC) - Diimokraasii dhugaa misoomaa fi nageenya waliin qindeessuudhaan, mirkaneessi milkaa'inni badhaadhina waliigalaa Itoophiyaa cimee akka itti fufu…
Oduu biyya keessaa Komiiwwan seeraa fi hojimaata bu’uureffachuun qoratamanii deebiin kennamaafii jira –… Yonatan Birhanu Jun 6, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 29, 2018 (FMC) – Adeemsa filannoo guutuu 7ffaa keessatti komiiwwan mudatan seeraa fi hojimaata dhaabbatichaa bu'uureffachuun qoratamanii deebiin kennamaafii jiraachuu…
Oduu biyya keessaa Bu’aawwan filannoo naannoolee filannoo qaqqabaniiru – Boordicha Yonatan Birhanu Jun 6, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 29, 2018(FMC) - Bu'aawwan filannoo waliigalaa 7ffaa guutummaatti buufataalee filannoo irraa gara naannoolee filannootti galii ta'aniiru jedhe Boordiin Filannoo…
Oduu biyya keessaa Pirojeektonni Ministira Muummee Dooktar Abiy Ahimadiin wixinaman eegumsa naannoof gumaacha guddaa… Yonatan Birhanu Jun 6, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 29, 2018(FMC) - Misoomawwan koriidarii fi qarqara lageenii dabalatee pirojeektonni Ministira Muummee Dooktar Abiy Ahimadiin wixinamanii hojiirra oolaa jiran eegumsa…
Oduu biyya keessaa Yonatan Birhanu Jun 6, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 29, 2018(FMC) - Paartiin Badhaadhinaa adeemsa Filnnoo Walii-galaa 7ffaa fi raawwii karoora filannoo paartichaa magaalaa Jigjigaatti gamaaggamuu eegaleera. Waltajjichi…
Idil Addunyaa Pirezidaanti Zeleniskiin Pirezidaanti Putiin Waliin Fuulleetti Wal Arguun Mari’achuuf Gaaffii… Yonatan Birhanu Jun 5, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 28, 2018 (FMC) – Pirezidaantiin Yuukireen Voloodimiiir Zeleniskii pirezidaantii Raashiyaa waliin fuulleetti wal arguun mari'achuuf yaada dhiyeessaniiru.…
Ispoortii Dominiik Soboslaay taphataa cìmaa Liivarpuul kan waggaa kanaa ta’uun filatame Yonatan Birhanu Jun 4, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 27, 2018 (FMC) - Dominiik Soboslaay taphataa cimaa Liivarpuul kan bara dorgommii 2025/26 ta'uun filatameera. Soboslaay Liivarpuuliif dorgommiiwwan hundumaa irratti…
Idil Addunyaa IGAD Jeequmsi Somaaliyaatti Uumame Mareen Akka Furamu Waamicha Dhiyeesse Yonatan Birhanu Jun 4, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 27, 2018 (FMC) - Dhaabbanni Misoomaa Mootummoota Gaanfa Afriikaa (IGAD) jeequmsi Somaaliyaa keessatti uumame marii hunda-galeessaa fi nagaatiin akka furamu waamicha…