Biqiloota waggoottan jahan darban dhaabaman keessaa % 84.5 ol lataniiru – Biiroo Qonnaa
Finfinnee, Onkoloolessa 6, 2018 (FMC) - Hojii kunuunsa qabeenya uumamaa waggoottan darban hojjatamaniin uwwisni bosona naannichaa % 17 irra ture gara % 29’tti ol guddateera jedhe Biiroon…