Oduu biyya keessaa Olusegun Obasaanjoo- Hojjetaa Nagaa Afrikaa Yonatan Birhanu Jul 14, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 7, 2018 (FMC) - Pirezidaantiin duraanii Naayijeeriyaa Olusegun Obasaanjoo biyya Itiyoophiyaa fi Itiyoophiyaanota biratti baay'ee beekamu. Obasaanjoo biyya isaanii…
Oduu biyya keessaa Gareen seeraan alaa ABUT madda rakkoo fi hiraarsaa seenaa uummata Tigraay ta’ee itti fufeera… Yonatan Birhanu Jul 14, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 7, 2018 (FMC) - Gareen seeraan alaa ABUT filannoo nagaa irra deddeebi'ee dhiibuun madda rakkoo fi hiraarsaa seenaa uummata Tigraay ta'ee itti fufeera jedhan Dura ta'aan…
Oduu biyya keessaa ”Itiyoophiyaanonni haala qaroomina qabuun mari’achuuf walitti qabamuun, olka’iinsa… Yonatan Birhanu Jul 14, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 7, 2018 (FMC) - Itiyoophiyaanonni haala qaroomina qabuun mari’achuuf walitti qabamuun isaanii olka’iinsa Itiyoophiyaa kan agarsiisudha jedhan Ministirri Nagaa Mahammad…
Oduu biyya keessaa Yaa’ichi Itiyoophiyaa nagaa, diimokiraatawaa taatee fi waliigalteerra geesseef bu’uura… Yonatan Birhanu Jul 14, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 7, 2018 (FMC) - Yaa'iin marii biyyaalessaa Itiyoophiyaa nagaa, diimokiraatawaa taatee fi walii galteerra geesseef bu'uura kan buusu ta'a jedhan Komiishinarri Olaanaan…
Fayyaa Lammiileen Miliyoona 20 tajaajila tola ooltummaa Fayyaarraa ni fayyadamu Yonatan Birhanu Jul 14, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 7, 2018(FMC) - Ministirri Fayyaa Dooktar Maqidas Dhaabaa lammiileen miliyoonni 20 tajaajila lammummaa yeroo gannaa baranaa irraa fayyadamoo ni ta'u jedhan. Koleejiin…
Idil Addunyaa Ameerikaan halkan tokkotti bakkeewwan Iraan hedduu haleelte Yonatan Birhanu Jul 13, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 6, 2018 (FMC) – Iraan ulaa Hormuz keessatti dooniiwwan daldalaa darbaa turan haleelteetti jechuun, Ameerikaan halkan tokkotti qiyyaafannoowwan waraana Iraan hedduu…
Ispoortii Arjantiinaan gara walakkaa xumuraatti dabarte Yonatan Birhanu Jul 12, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 5, 2018 (FMC) - Waancaa Addunyaa 23ffaan tapha nuusa xumuraa magaalaa Kaansaasitti taphatameen Arjantiinaan Siwiizerlaandiin 3 fi 1n mo'atteetti. Arjantiinaan…
Ispoortii Ingilaand Noorweey injifachuun gara xumura walkkaatti dabarte Yonatan Birhanu Jul 12, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 4, 2018 (FMC) - Sagantaa tapha dorgommii waancaa addunyaa bara 2026 nuusa xumuraan Ingilaand Noorweey'n 2 fi 1n injifachuun gara walakkaa xumuraatti dabarteetti.…
Idil Addunyaa Mojtaabaa Kaamenii gumaa abbaa isaanii baasuuf dhaadatan Yonatan Birhanu Jul 11, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 4, 2018 (FMC) - Hogganaan Ololaa haaraan Iraan, Ayyaatolaah Mojtaabaa Kaameniiy, gumaa abbaa isaanii Alii Kaameniiy baasuun fedhii uummata Iraan hundaati jechuun,…
Oduu biyya keessaa Gootummaa Boonsaa Raayyaa keenyaa Galmeessuufi Gabaasuu Barbaachisa – Meejer Jeneraal… Yonatan Birhanu Jul 11, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 4, 2018 (FMC) - Gootummaa boonsaa Raayyaa keenyaa galmeessuufi gabaasuu barbaachisaa jedhan Hogganaan Giddugala Miidiyaa fi Koominiikeeshinii Ittisa Biayyaa Meejer…