Ispoortii Liivarpuulii fi Arsenaal walqixa ba’an Yonatan Birhanu May 11, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 3, 2017 (FMC) - Tapha piriimiyar liigii torbee 36ffaan Liivarpuul dirree isaa irratti Arsenaaliin keessummeessee galchii 2-2'n walqixa ba'aniiru. Liivarpuuliif Koodii…
Uncategorized Birrii biliyoona 2 ol qisaasama irraa baraaruun ibsame Yonatan Birhanu May 10, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 2, 2017 (FMC) - Hojii ittisa malaamaltummaa ariifataan qabeenya uummataa fi moorummaa birrii biliyoona 2 ol qisaasama irraa baraaruun akka danda'ame Komiishiniin…
Oduu biyya keessaa Ajajni Lixaa hojiiwwan nageenyaa fi misooma biyyaa keessatti gahee leencaa bahachuun ibsame Yonatan Birhanu May 10, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 2, 2017 (FMC) –Raayyaa Ittisa Biyyaatti Hundeeffamni waggaa 47ffaa Ajaja Lixaa magaalaa Naqamteetti taa’ameera. Marii Paanaalii kanaan Raayyaa Ittisa…
Ispoortii Taphoonni hirmaannaa Shaampiyansi Liigiif murteessoo ta’an har’a ni taphatamu Yonatan Birhanu May 10, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 2, 2017 (FMC) – Tapha Piriimiyar Liigii Ingiliz torbee 36ffaan, dorgommiiwwan hirmaannaa shaampiyansi Liigii bara dhufuuf murteessoo ta’an har’a ni taphatamu.…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni hundeeffama waggaa 47ffaa Ajaja Lixaa kabajamaa jira Yonatan Birhanu May 10, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 2, 2017 (FMC) - Ayyaanni hundeeffama waggaa 47ffaa Ajaja Lixaa magaalaa Naqamteetti sagantaa adda addaan kabajamaa jira. Ayyaana kana irratti hirmaachuufis…
Oduu biyya keessaa Abbootiin Gadaa fi Abbootiin Amantaa nagaa buusuu keessatti ga’ee isaanii ciminaan akka… Yonatan Birhanu May 9, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 1, 2017 (FMC) - Abbootiin Gadaa fi Abbootiin Amantaa nagaa buusuu keessatti hojii hojjechaa jiran cimsanii akka itti fufan dhaamameera. Mareen Paanaalii Nageenya…
Ispoortii Yuunaayitid tapha xumuraa Waancaa Yurooppaa Liigiif dhaqqabe Yonatan Birhanu May 9, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 1, 2017 (FMC) - Maanchester Yuunaayitid Atileetik Bilbaa'oo injifachuun tapha xumuraa Yurooppaa Liigiif darbe. Yuunaayitid tapha dhaqaa galaa Biilbaa'oo waliin…
Idil Addunyaa Raashiyaan guyyaa injifannoo 80ffaa kabajaa jirti Yonatan Birhanu May 9, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 1, 2017 (FMC) -Raashiyaan Waraana Addunyaa 2ffaan guyyaa yaadannoo weerara humna Naazii itti injifatte waggaa 80ffaa qophiilee garaagaraan Mooskootti kabajaa jiraachuun…
Idil Addunyaa Roobart Fraansiis Pirevost lammii Ameerikaa jalqabaa Dursaa Phaaphaasotaa Kaatolikii ta’uun… Yonatan Birhanu May 8, 2025 0 Roobart Fraansiis Pirevost lammii Ameerikaa jalqabaa Dursaa Phaaphaasotaa Kaatolikii ta'uun filataman Finfinnee, Ebla 30, 2017 (FMC) -Lammiin Ameeeikaa Roobarti Firaansiis pirevost boqochuu…
Oduu biyya keessaa Pirezidaanti Taayyeen Waldaa Fannoo Diimaa Itiyoophiyaa galateeffatan Yonatan Birhanu May 8, 2025 0 Finfinnee, Ebla 30,2017 (FMC) - Pirezidaanti Taayyee Atsqasilaaseen Waldaa Fannoo Diimaa Itiyoophiyaa galateeffataniiru. Guyyaan Fannoo Diimaa fi Baatii Diimaa “Namooma haa jabeessinu’’…