Ispoortii Naayjeeriyaan walakkaa Xumuraaf dabarte Yonatan Birhanu Jan 10, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 2, 2018(FMC) - Dorgommii Waancaa Afrikaa 2025 qopheessummaa Moorookoon geggeeffamaa jiruun tapha nuusa xumuraan Naayijeeriyaan Aljeeriyaa 2 fi O'n injifatteetti.…
Oduu biyya keessaa Daandiin xiyyaaraa Itiyoophiyaa dhaabbata nageenyaaf dursa kennuu dha – Dooktar Abiy Ahimad Yonatan Birhanu Jan 10, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 2, 2018(FMC) - Daandiin Xiyyaaraa Itiyoophiyaa dhaabbata nageenyaaf dursa kennu ta'uu Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad ibsan. Dooktar Abiy Ahimad ijaarsa Buufata…
Oduu biyya keessaa Ijaarsi Buufata Xiyyaaraa Bishooftuu cabiinsa sirna loojistiksii Itiyoophiyaaf deebii kan kennee dha… Yonatan Birhanu Jan 10, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 2, 2018(FMC) - Ijaarsi Buufata Xiyyaaraa Bishooftuu cabiinsa sirna loojistiksii Itiyoophiyaa barootaaf tureef deebii kan kenne jedhan Ministirri Muummee Dooktar Abiy…
Oduu biyya keessaa Buufanni Xiyyaaraa Idil Addunyaa Bishooftuu damee Tuurizimiif misiraachoo guddaa dha- Salaamaawiit… Yonatan Birhanu Jan 10, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 2, 2018(FMC) - Ministirri Turizimii Salaamaawiit Kaasaa ijaarsi Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Bishooftuu eegalamuun damee Tuurizimiif misiraachoo guddaa akka ta'e…
Oduu biyya keessaa Daandiin Qilleensichaa boqonnaa haaraa hojii Afrikaa walitti hidhuu isaa cimsu eegale – obbo… Yonatan Birhanu Jan 10, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 2, 2018(FMC) - Daandiin Qilleensaa keenya boqonnaa haaraa hojii Afrikaa walitti hidhuu waggaa 80f hojjechaa ture cimsu eegaleera jedhan Ministirri Muummee itti aanaan…
Ispoortii Morookoo 2-0 Kaameeruun Yonatan Birhanu Jan 10, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 1, 2018 (FMC) – Taphoota nuusa xumuraa waancaa Afrikaa 35ffaa har'a taphatameen Moorookoon Kaameeruuniin galchii 2 fi 0'n >njifachuun tapha walakkaa xumuraaf…
Biiznasii Gabaa bunaa irratti dorgomuuf qulqullina bunaaf xiyyeeffannoon kenname Yonatan Birhanu Jan 9, 2026 0 Finfinnee, Amajji 1, 2018 (FMC) - Dorgomtummaa gabaa bunaa addunyaa keessatti jiru tursiisuuf qulqullina oomishaa irratti xiyyeeffannoon hojjetamaa akka jiru Itti aanaan Daayireektera…
Oduu biyya keessaa “Biisti Baar” Mallattoo Waloomaa fi Walkabajuu… Yonatan Birhanu Jan 9, 2026 0 Finfinnee, Amajji 1, 2018 (FMC) - Jijjiirama uumamaa dudha aadaa waliin firoomsanii waggaa jijiirrachuun gara boqonnaa bara haaraatti kan ce'an miseensonni saba Beenchi, ooyiruun firii…
Oduu biyya keessaa Hojiin Eegumsa Biyyee fi Bishaanii lafa heektaara Miliyoona 4.6 irratti hojjetama –… Yonatan Birhanu Jan 9, 2026 0 Finfinnee, Amajji 1, 2018 (FMC) - Bara baajetaa 2018 hojiin eegumsa biyyoo fi bishaanii lafa hektaara miliyoona 4.6 irratti hojjetama jedhe Ministeerri Qonnaa. Hoji-raawwachisaa dursaan…
Oduu biyya keessaa Finfinneen magaalaa jiraattoota ishee kunuunsitu ni taati – kantiibaa Adaanech Abeebee Yonatan Birhanu Jan 7, 2026 0 Finfinnee, Mudde 29, 2018 (FMC) - Finfinneen magaalaa jiraattoota ishee kunuunsitu ni taati jedhan kantiibaan magaalattii Adaanech Abeebee. Kantiibaa Adaanechi Ayyaana Qillee…