Idil Addunyaa Ameerikaan qabiyyeewwan Finciltoota Huutii haleelte Yonatan Birhanu Mar 16, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 7, 2017(FMC) - Ameerikaan qabiyyeewwan ficiltoota Huutii Yaman humna qilleensaan haleeluu ishee Pirezidaanti Doonaaldi Tiraampi beeksisan. Pirezidaanti Tiraampi…
Ispoortii Dorgommiin xumuraa Waancaa Kaarabaa’oo galgala har’aa geggeeffama Yonatan Birhanu Mar 16, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 7, 2017(FMC) - Dorgommiin xumuraa Waancaa Kaarabaa'oo galgala har'aa saa'a 1:30 irratti istaadiyeemii Wembileeyitti Liivarpuulii fi Niwukaasil Yuunaayitid gidduutti…
Ispoortii Dorgommii Maaraatoonii Se’uul Itiyoophiyaanonni injifatan Yonatan Birhanu Mar 16, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 7, 2017(FMC) - Dorgommii Maaraatoonii Se'uul saala lamaaniinuu Atileetonni Itiyoophiyaa injifataniiru. Dorgommicha ramaddii dhiiraan Atileet Haftuu Takiluu saa'atii…
Oduu biyya keessaa Sagantaan Afxiraa guddichi fi dorgommiin Quraanaa har’a geggeeffama Yonatan Birhanu Mar 16, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 7,2017(FMC) - Sagantaan Afxiraa guddichii fi dorgommiin Qur'aanaa biyyaalessaa Mana Maree Isilaamummaa Ityoophiyaa Dilbata har'aa geggeeffama. Waltajjiin…
Fayyaa Qorichaa fi meeshaalee yaala Fayyaa bituuf qophiin xumurameera – Ministeera Fayyaa Yonatan Birhanu Mar 12, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 3, 2017 (FMC) - Baajata Birrii biiliyoona 12 ol ramaduudhaan qorichaafi meeshaalee yaala fayyaa bituuf qophiin xumuramuu Ministeerri Fayyaa beeksise. Ministeerri…
Uncategorized Yeroon galmee deemsa Haajii fi Umraa 1446ffaa dheereffame Yonatan Birhanu Mar 12, 2025 0 Fimfinnee, Bitootessa 3, 2017(FMC) - Yeroon galmee deemsa Haajii fi Umraa 1446ffaa hanga Bitootessa 20/2017tti dheereffamuu Manni Maree Waliigalaa Dhimmoota Isilaamummaa…
Biiznasii Yaa’iin Ministiroota Faayinaansii, Misoomaa fi Karooraa Komiishinichaa sadarkaa ogeeyyiitti taa’amaa… Yonatan Birhanu Mar 12, 2025 0 Finfinnee, bitootessa 3, 2017(FMC) - Yaa’iin Ministiroota Faayinaansii, Misoomaa fi Karooraa Komiishinichaa sadarkaa ogeeyyiitti Finfinneetti taa’amuu eegale. Yaa’ichi sadarkaa…
Oduu biyya keessaa Konkolaattota annisaa haareffamuun hojjetan baay’isuun sharafa alaa ba’u xiqqeessuu barbaachisa-… Yonatan Birhanu Mar 12, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 3, 2017 (FMC) – Ministirri Ministeera Geejjibaa fi Loojistiksii Doktar Alamuu Simee Konkolaattota annisaa haareffamuun hojjetan baay’isuun sharafa alaa boba’aaf ba’u…
Oduu biyya keessaa Namoonni dhuunfaa fi Waldaaleen mana jireenyaa ashaaraa qubaa kennuu qabu – Bulchiinsa Magaalaa… Yonatan Birhanu Mar 11, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 2, 2017 (FMC) – Namooti dhunfaas ta’e waldaaleen mannen jireenyaa ashaaraa qubaa kennuu akka qaban Bulchinsi Magaalaa Shaggar hubachiise. Namootni dhuunfaas ta’e…
Oduu biyya keessaa Waltajjiin Nageenyaa fi Misoomaa Magaalaa Kamiseetti taa’aame Yonatan Birhanu Mar 10, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 1, 2017 (FMC) – Naannoo Amaaraa Bulchiinsa Saba Oromoo fi Aanaalee Ollaa Godina Shawaa Kaabaa kan hirmaachise Waltajjiin Nageenyaa fi Misoomaa Magaalaa Kamiseetti…