Oduu biyya keessaa Pirezidaantiin Komooroos Finfinnee galan Yonatan Birhanu Feb 11, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 4, 2018(FMC) - Pirezidaantiin Komooroos Azaalii Usmaanii walga'ii hoggantootaa Gamtaa Afrikaa 39ffaa irratti hirmaachuuf Finfinnee galan. Buufata xiyaaraa Idil…
Biiznasii Itiyoophiyaa fi Faransaay waliigaltee deggersa Yuuroo miliyoona 81.5 waliif mallatteessan Yonatan Birhanu Feb 11, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 4, 2018(FMC) - Itiyoophiyaa fi Faransaay waliigaltee idaa deebisanii caasessuu fi deggersa Yuuroo Miliyoona 81.5 walii mallatteessan. Ministirri Maallaqaa Ahimad…
Oduu biyya keessaa Bishaan dhugaatii Itiyoophiyaan Jibuutiif dhiyeessitu Galma ajandaa 2063’n kan walsimuu dha… Yonatan Birhanu Feb 11, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 4, 2018(FMC) - Pirojeektii Adiigaalaa - Jibuutiin bishaan dhugaatii Itiyoophiyaan Jibuutiif dhiyeessitu Gralma Ajandaa 2063'n kan walsimu ta'uu Komiishineerri Damee…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ministira Alaa Saa’ud Arabiyaa waliin mari’atan Yonatan Birhanu Feb 11, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 4, 2018 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ministira Dhimma Alaa Saa'ud Arabiyaa Mootii Faayisal Biin Farihaan Al Saa'udii waliin mari'ataniiru.…
Biiznasii Fooyya’iinsa qajeelfamoota sharafa alaa ilaalchisee ibsa Baankii Biyyaalessaa irraa kenname Yonatan Birhanu Feb 11, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 4, 2018(FMC) - Baankiin Biyyaalessaa Itiyoophiyaa rifoormiin Dinagdee Maakiroo guutummaatti erga hojiirra ooluu eegalee Adoolessa 2016 irraa eegalee fooyya'iinsa gabaa…
Ispoortii Tapha Maanchister siitii fi Fulhaam eegamu… Yonatan Birhanu Feb 11, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 4, 2018(FMC) - Sagantaa Piriimiyar Liigii Ingilaandi torbee 26ffaan Maanchister Siitiin morkii waancaaf qabu cimsachuuf har'a ni tapahata. Siitiiwwan har'a galgala…
Oduu biyya keessaa Magaalattiitti hogganaa itti aanaa Biiroo Misoomaafi Bulchiinsa Lafaa dabalatee namoonni 11… Yonatan Birhanu Feb 9, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 1, 2018(FMC) - Hogganaa itti aanaa duraanii Biiroo Misoomaafi Bulchiinsa Lafaa magaalaa Finfinnee dabalatee hoggantoonni fi hojjattoonni 11 poolisiin to'atamuun Mana…
Oduu biyya keessaa Aadaa hojii sa’aatii 24’n misoomni koriidarii magaalattii ariifataa jira- Kantiibaa… Yonatan Birhanu Feb 8, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 1, 2018(FMC) - Kantiibaan magaalaa Finfinnee Adaanech Abeebee, aadaa hojii sa'aatii 24 magaalattiin misoomni koriidarii ariitiidhaan raawwatamaa jira jedhan, Fuula…
Teeknooloojii Haleellaawwan saayiberii kuma 27 ol… Yonatan Birhanu Feb 8, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 1, 2018(FMC) - Bulchiinsi Nageenya Odeeffannoo haleellaawwan saayiberii kuma 27 fi 773 ji'oota ja'an darban yaalaman keessaa %99.03 kan ta'u fashaleessuun…
Oduu biyya keessaa Maaddiin harka cichoominaan hojjetuu guutuu dha, fuuldurattis guutee irraa dhangala’a –… Yonatan Birhanu Feb 5, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 28, 2018(FMC) - Ministirri Muummee Itti Aanaan obbo Tamasgeen Xurunaa harki hojjetu maaddiin isaa guutuu, fuula duraattis guutee irra dhangala'a jedhan. Ergaa fuula…