Oduu biyya keessaa Bidiruun ‘Xaanaa nash’ 2ffaan magaalaa Adaamaatti simatamte Yonatan Birhanu Jun 11, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 4, 2017 (FMC) – Hara Xaanaa irratti tajaajila geejjibaa fi bashannanaa kennuuf gara biyyaa kan seente bidiruun maqaa ‘Xaanaa nash’ jedhamuun moggaafamte magaalaa…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin nageenyaa biyyalessaa 3ffaan magaalaa Baahir Daaritti taa’ame Yonatan Birhanu Jun 11, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 4, 2017 (FMC) - Yaa’iin nageenyaa biyyaalessaa 3ffaan mataduree “Amantiiwwan nageenyaaf, walkabajuu fi waloomaaf” jedhuun magaalaa Baahir Daaritti taa’amuu…
Biiznasii Warshichi waggaatti shukkaara kuntaala miliyoona 2.7 ol oomishuuf karoorfatee hojjechaa jira Yonatan Birhanu Jun 10, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 3, 2017(FMC) - WarshaanShukkaaraa Fincaa'aa waggaatti Shukkaara kuntaala miliyoona 2.7 ol oomishuuf karoorfadheen hojjechaa jira jedhe. Warshichi oomisha…
Ispoortii Federeeshinichi imaammata eegumsa waliigalaa Atileetotaa hojiirra oolchuuf Yonatan Birhanu Jun 10, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 3, 2017 - Federeeshiniin Atileetiksii Itiyoophiyaa miidhaa irra deddeebiin atileetotarratti raawwatamu ittisuuf “imaammata Eeguimsa Waliigalaa Atileetotaa” hojiirra…
Oduu biyya keessaa Xiyyeeffannaan fuduraalee fi Kuduraaleef kenname guddina dinagdeef qooda olaanaa qaba –… Yonatan Birhanu Jun 10, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 3, 2017 (FMC) – Sagantaa Ashaaraa Magariisaatiin xiyyeeffannaan fuduraalee fi Kuduraaleef kenname guddina dinagdeef qooda olaanaa qaba jedhan qorattoonni damichaa.…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti qormaatni kutaa 8ffaa kennamuu eegale Yonatan Birhanu Jun 10, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 3, 2017 (FMC) – Qormaatni naannoo xumura kutaa 8ffaa akka naannoo Oromiyaatti kennamuu eegale. Qormaatichi akka naannichaatti Waxabajii 3-5/2017tti…
Oduu biyya keessaa Hojiin misooma koriidarii Gaaraajii Anbassaa – Jaakroos – Addabaabaayii Gooroo naannoo… Yonatan Birhanu Jun 8, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 1, 2017(FMC) - Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad misoomni koriidarii Gaaraajii Anbassaa - Jaakroos - Addabaabaayii Gooroo naannoo dhiphinni yaa'iinsaa cimaan ture…
Oduu biyya keessaa Kitaabni “Abc Turizimii Oromiyaa” fi “Abc Turizimii Itiyoophiyaa” eebbifame Yonatan Birhanu Jun 8, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 1, 2017 (FMC) - Kitaabni “Abc Turizimii Oromiyaa” fi “Abc Turizimii Itiyoophiyaa” jedhamuun afaanota sadiin barreefame eebbifame. Kitaaba Afaan Oromoo, Amaaraa fi…
Ispoortii Bunni Sidaamaa yeroo jalqabaaf shaampiyoonaa waancaa Itiyoophiyaa ta’e Yonatan Birhanu Jun 8, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 1, 2017 (FMC) - Bunni Sidaamaa Walaayittaa Diichaa injifachuun shaampiyoonaa Waancaa Itiyoophiyaa bara 2017 ta'eera. Tapha xumuraa har'a Istaadiyeemii Finfinneetti…
Oduu biyya keessaa Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad misooma koriidarii Gaaraajii Anbaassaa – Jaakiroos… Yonatan Birhanu Jun 8, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 1, 2017 (FMC) - Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad kantiibaa magaalaa Finfinnee Adaanech Abeebee wajjiin ta'uun misooma koriidarii Gaaraajii Anbassaa - Jaakiroos -…