Author
Yonatan Birhanu 1097 posts
Rakkoolee xiinsammuu fi fayyaa wayita dargaggummaa dhufan hir’isuun ni danda’amaa?
Finfinnee, Caamsaa 28, 2017(FMC) - Dhalli namaa sadarkaalee guddinaa fi dagaaginaa addaa addaa keessa akka darbu saayinsiiwwan xiinsammuu, hawaasummaa fi qorannoo lubbuqabeeyyii ni mul’su.…
Godinichi rakkoo dhibee busaan dhufuu malu ittisuuf dursee qophaa’aa jira
Finifinnee, Caamsaa 27, 2017 (FMC) - Dhieen busaa akka kanaan duraa akka hin hammaanneef dursee qophaa'aan jira jedhe waajjirri Eegumsa Fayyaa Godina Wallaggaa Bahaa.
Godinaalee Oromiyaa…
Godinichatti biqiltuun baala shaayee miliyoonni 58 ol kunuunfamaa jira
Finfinnee, Caamsaa 26. 2017(FMC) - Godina Jimmaatti biqiltuun baala shaayee miliyoonni 58 fi kumni 700 ol lafa heektaara kuma sadii irratti dhaabamee kunuunfamaa jira jedhe waajjirri Qonnaa…
Naannoolee Oromiyaa fi Amaaraatti ruuziin baay’inaan oomishamuuf
Finfinnee, Caamsaa 26, 2017 (FMC) - Naannoolee Oromiyaa fi Amaaraatti ruuziin baay’inaan akka oomishamuuf hojjetamaa jira.
Hogganaa ittiaanaan Biiroo Qonnaa Oromiyaa Bariisoo fayyisaa…
Naannoolee Oromiyaa fi Harariitti barattoonni kumni 200 ol qoramaata biyaalessaa kutaa 12ffaaf…
Finfinnee, Caamsaa 26, 2017 (FMC) - Naannoolee Oromiyaa fi Harariitti barattoonni kumni 200 fi kumni 2 ol qoramaata biyaalessaa kutaa 12ffaaf qophaa’aniiru.
Naannoo Oromiyaatti barattooni…
Dooktar Abiy Godina Hadiyyaatti ijaarsa misooma Koriidarii mandara moodeela baadiyyaa eegalchiisan
Finfinnee, Caamsaa 26, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Naannoo Giddugaleessa Itiyoophiyaa Godina Hadiyyaatti ijaarsa misooma Koriidarii mandara moodeela baadiyyaa…
Godinichatti bara kana Biqiloota Mil 200 ol dhaabuuf hojjetamaa jira
Finfinnee, Caamsaa 24, 2017(FMC) – Godina Shawaa Bahaatti sagantaa Asharaa Magariisaa bara kanaaf biqiltuuwwan qophaa’aa jiru jedhe Waajjirri Qonnaa Godinichaa.
Ittigaaftamaan Waajiira…
Adeemsi Ajandaa walitti qabuu Dhaabbilee fi Waldaalee Federaalaa hirmaannaa ho’aan kan itti…
Finfinnee, caamsaa 24, 2017 (FMC) - Adeemsi ajandaa walitti qabuu dhaabbilee fi waldaalee Federaalaa hirmaannaa ho’aan kan itti galmaa’ee dha jedhan Itti aantuun Komiishineera Olaanaa…
Dhaabbilee fi Waldaaleen Federaalaa Ajandaa isaanii komiishinichatti kennan
Finfinnee, caamsaa 24, 2017 (FMC) - Dhaabbilee fi Waldaaleen Federaalaa Ajandaa isaanii komiishinii Maree Biyyaalessaatti kennan.
Dhaabbileen kunniin har’a dabalatee guyyoota…