Ayyaanni Mawuliidaa Finfinnee Masjiida Anuwaarritti kabajamaa jira
Finfinnee, Hagayya 19, 2019(FMC)- Ayyaanni Mawuliidaa kumni 1 fi 501ffaan Finfinnee Masjiida Anuwaarritti kabajamaa jira.
Ayyaanichi sirnoota garaagaraan kabajamaati kan jiru.
Dabalaa Taaddasaan.
#Oromia #Ethiopia