Fana: At a Speed of Life!

Barnileey fi Astonviilaan qixa bahan

Finfinnee, Caamsaa 2, 2018 (FMC) – Tapha Piriimer Liigii Ingiliz torbee 36ffaan Barnileey fi Astonviilaan galchii 2 fi 2’n qixa bahaniiru.

Taphoota sa’aatii walfakkaataa sa’aatii 10:00 irraa eegalee taphatamaniin Nooteenghaam Foorestiifi Niwukaasil Yuunaayitid galchii 2 fi 2’n akkasumas Kiristaal Paalaas fi Eevartan galchii 1 fi 1’n qixa bahaniiru.

Galgala sa’aatii 12:30 irraa eegalee taphni dursaan liigichaa Arsenaal fi Weesthaam Yuunaayitid taphatan ni eegama.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.