Fana: At a Speed of Life!

Biqiltuuwwan Biiliyoonni 8 ol dhaabbiif qophaa’an- Dooktar Abiy Ahimad

Finfinnee, Waxabajjii 6, 2018 (FMC)- Biqiltuuwwan biiliyoonni 8 ol dhaabbiif qophaa’aniiru jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.

Dooktar Abiy gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin ergaa dabarsaniin, Waktii Sagantaa Ashaaraa Magariisaa irratti argamna ,Biqiltuuwwan biiliyoonni 8 ol dhaabbiif wayita qophaa’anitti, Egeree Magariisa taateef hundi keenya abdii dhaabnaa jedhan.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.