Jilli Obbo Fiqaaduu Tasammaan durfamu Godina Shawaa Bahaatti facaasaa Ruuzii eegalchiise
Finfinnee, Adoolessa 1, 2016 (FBC) – Jilli Itti Gaafatamaa Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa Obbo Fiqaaduu Tasammaan durfamu Godina Shawaa Bahaa Aanaa Liiban Cuqqaalaatti facaasaa…