Kontirobaandii albuudaa ittisuuf hojmaanni qindaa’aan eegalame cimee akka itti fufu eerame
Finfinnee, Waxabajjii 9, 2016 (FBC)-Omisha Albuudaa ammayyeessuun cinaatti kontirobaandii albuudaa ittisuuf hojmaanni qindaa'aan eegalame daran cimee akka itti fufu Ministirri Ministeera…