Oduu biyya keessaa Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa Mawunitti balalii eegale Debela Tadesse Mar 6, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 27, 2016 (FBC)- Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa gara Bootsiwaanaa Magaalaa Maawunitti balalii taasisuu eegaluu beeksise. Waxabajjii 3, 2016 irraa eegalees…
Ispoortii Bulchiinsi Magaalaa Shaggar Shaampiyoonaa ta’e Debela Tadesse Mar 6, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 27, 2016 (FBC)-Dorgommiin Shaampiyoona Ispoortii Manneen Barnootaa Oromiyaa 5ffaan Bulchiinsa Magaalaa Baatuutti guyyoota 12'f gaggeeffamaa ture xumurameera.…
Ispoortii Atileet Qananiisaa Baqqalaa fi Tigisti Asaffaan Maraatoonii Landanirratti ni hirmaatu Debela Tadesse Mar 6, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 27, 2016 (FBC)- Atileet Qananiisaa Baqqalaa fi Tigisti Asaffaan maraatoonii Landanirratti kan hirmaatan ta’uu Koreen Qopheessituu Maraatoonii Landan beeksise.…
Oduu biyya keessaa Galmeewwan ol iyyannoo 56 Mana Marichaaf akka dhiyatan ibsame Debela Tadesse Mar 6, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 27, 2016 (FBC)- Galmeewwan ol iyannoo 56 Mana Maree Fedeereshiniif akka dhiyaatan Walitti Qaban Koreen Dhaabbii Hiikkaa Heera Mootummaa fi Hordoffii Raawwii Murtee…
Oduu biyya keessaa Hidha Haroomsaa’f hanga ammatti Birriin biiliyoonni 18 ol walitti qabame Debela Tadesse Mar 6, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 27, 2016 (FBC)- Hidha Guddicha Haroomsa Itiyoophiyaaf hanga ammaatti Birriin biiliyoonni 18.9 walitti qabamuu Wajjirri Qindeessaa Hirmaannaa Ummataa Pirojektii Hidha…
Idil Addunyaa Manni Murtii Yakkaa Idil Addunyaa ajajoota waraanaa Raashiyaarratti ajaja to’annoo baase Debela Tadesse Mar 6, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 27, 2016 (FBC)- Manni Murtii Yakka Idil Addunyaa yakkoota waraanaa Yukireenitti raawwatamaniin walqabatee Ajajoonni Olaanoon Waraana Raashiyaa akka to’atamaniif ajaja…
Oduu biyya keessaa Jilli Obbo Masfiin Malaakuun durfamuu Magaalaa Shaggaritti hojiilee misoomaa garagaraa daawwate Debela Tadesse Mar 6, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 27, 2016 (FBC)- Jilli Sadadarkaa Pireezidantii Itti Aanaatti Qindeessaa Kilaastara Misooma Magaalaa Oromiyaa Obbo Masfiin Malaakuun durfamu Magaalaa Shaggaritti…
Oduu biyya keessaa Torbanoota dhufan xaa’oon biyyee kuntaalli miiliyoona 1 ol Jibuutii akka ga’u ibsame Debela Tadesse Mar 6, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 27, 2016 (FBC)- Torbanoota dhufan xaa’oon biyyee kuntaalli miiliyoona 1 fi kuma 274 Buufata Doonii Jibuutii akka ga’u Koorporeeshiniin Hojiiwwan Qonnaa Itiyoophiyaa…
Oduu biyya keessaa Egzibiishinii Tuuriizimii Idil Addunyaa Barliinirratti Itiyoophiyaan hirmaachaa jirti Debela Tadesse Mar 6, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 27, 2016 (FBC)-Egzibiishinii Tuuriizimii Idil Addunyaa Barliin Jarmanitti waggaa waggaan gaggeeffamurratti Itiyoophiyaan hirmaachaa jirti. Egzibiishinichi…
Oduu biyya keessaa Magaaloonni Giddu-gala Gurgurtaa qofa Osoo hin taane Giddu gala Oomishaas ta’aa jiru –… Sifen Megersa Mar 5, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 26, 2016 (FBC) - Jilli Hoogganaa Biiroo Qonnaa Oromiyaa Obbo Geetuu Gammachuun durfamu Oomisha Qamadii Jallisii Bonaa Magaalaa Adaamaa daawwateera. Kutaa Magaalaa…