Itiyoophiyaanoota Dhaloota 2ffaa waliin waltajiin marii gaggeeffame
Finfinnee, Caamsaa 8, 2016 (FBC) – Itiyoophiyaanoota Dhaloota 2ffaa fi dhalattoota Itiyoophiyaa waamichi taasifameen gara biyyaa dhufan waliin waltajjiin marii gaggeeffamaa jiraachuu ibsame.…