Oduu biyya keessaa Konfiraansiin qorannoo biyyalessaa 4ffaan gaggeeffamaa jira Tsehay Guluma May 10, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 2, 2016 (FBC) – Konfiraansiin Qorannoo Biyyaalessaa 4ffaan Yuunivarsiitii Boongaatti gaggeeffamaa jiraachuu ibsameera. Konfiraansichi mata duree "Qorannoo…
Oduu biyya keessaa Riifoormii mootummaan dinadgee damdaneessa milkeesssuuf qabate keessaa Zooniin Diinagdee Addaa Gadaa… Tsehay Guluma May 10, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 2, 2016 (FBC) – Riifoormii mootummaan dinadgee damdaneessa milkeesssuuf qabate keessaa Zooniin Diinagdee Addaa Gadaa hagafa ta’uu Daayrektarri Olaanaan…
Oduu biyya keessaa Magaalichatti Koriidarii misoomaa hojjetamaa jiruuf hojiin sarara Elektirikaa jijjiiruu xumuramuu… Tsehay Guluma May 10, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 2, 2016 (FBC) – Koriidarii Misooma Magaalaa Finfinnee hojjetamaa jiruuf hojiin sarara Elektirikaa jijjiiruu xumuramuu Tajaajilli Elektirikaa beeksiiseera. Hojiin…
Oduu biyya keessaa Ijaarsi Zoonii Dinagdee Addaa Gadaa har’a eegala Tsehay Guluma May 10, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 2, 2016 (FBC) – Ijaarsi Piroojekti Zoonii Dinagdee Addaa Gadaa magaalaa Adaamaa fi Moojoo gidduutti har’a ni eegala jedhame. Riifoormii Dinagdee Biyyaalessaa,…
Oduu biyya keessaa Dhaabbanni Biiznasii Dhuunfa ‘Wudase and Family ‘ sosochii Itiyoophiyaa qulqulluutti makame Tsehay Guluma May 9, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 1, 2016 (FBC) – Dhaabbanni Biiznasii Dhuunfaa ‘Wudase and Family ‘Itti gaafatamummaan isaa murtaa’e Sosochii Itiyoophiyaa qulqulluu mata duree ‘Daandii Qulqulluu…
Oduu biyya keessaa Abu Daabitti Hojjettoonni Embaasii Itiyoophiyaa sosochii Itiyoophiyaa qulqulluutti makaman Tsehay Guluma May 9, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 1, 2016 (FBC) – Abu Daabitti Hojjettoonni Embaasii Itiyoophiyaa sosochii Itiyoophiyaa ququlluu mata duree’ Daandii Qulqulluu Jireenyaa Fayyaa” jedhuun Ministirri Muummee…
Oduu biyya keessaa Jilli Obbo Bariisoo Fayyisan durfamu facaasaa Boqolloo Qonna Ganna eegalchiise Tsehay Guluma May 9, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 1, 2016 (FBC) –Jilli Hoggaanaa Ittaanaa Biiroo Qonna Oromiyaa Obbo Bariisoo Fayyisaan durfamu Godina Jimma Aanaa Botor Xollaayitti facaasaa Boqolloo Qonna Gannaa…
Oduu biyya keessaa Pireezidaantoota naannolee dabalatee Ministiroonnii fi Ambaasaaddaroonni agarsiisaa Itiyoophiyaan… Tsehay Guluma May 9, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 1, 2016 (FBC) – Pireezidaantoota naannolee dabalatee Ministiroonnii fi ambaasaaddaroonni biyyoota adda addaa agarsiisaa Itiyoophiyaan haa oomishtuu daawwataniiru.…
Oduu biyya keessaa Miidiyaaleen calaqqeewwan waloo beeksiisuun seenessa waloo uumuuf xiyyeeffannoon hojjechuu qabu… Tsehay Guluma May 9, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 1, 2016 (FBC) – Miidiyaaleen calaqqeewwan waloo beeksiisuun seenessa waloo uumuuf xiyyeeffannoon hojjechuu akka qaban Ministirri Gorsaa Dhimmoota Hawaasummaa…
Biiznasii Hammi Liqaa dhaabbilee Faayinaansii Itiyoophiyaa Birrii Tiriiliyoona 2.3 qaqqabuu ibsame Tsehay Guluma May 9, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 1, 2016 (FBC) – Hammi Liqaa dhaabbilee Faayinaansii Itiyoophiyaa Birrii Tiriiliyoona 2.3 qaqqabuu Bulchaan Baankii Biyyaalessa Itiyoophiyaa Obbo Maammoo Mihiratuun…