Boba’aan Barmeelli 30 karaa seeraan alaa biyyaa ba’uuf ture to’atame
Finfinnee, Amajjii 29, 2016 (FBC) – Boba’aan Barmeelli 30 karaa seeraan alaa biyyaa ba’uuf ture konkolaataa waliin to’atamuu ibsame.
Bobaa’aan kun Naannoo Somaalee Godina Afdheeraa ka’uun…