Waldaaleen Hojii Gamtaa hojii baay’ina isaanii madaalu hojjechaa hin jiran jedhame
Finfinnee, Sadaasa 24, 2016 (FBC) – Waldaaleen Hojii Gamtaa hojii baay’ina isaanii madaalu hojjechaa kan hin jirre ta’uu Komishiniin Waldaalee Hojii Gamtaa Itiyoophiyaa beeksise.…