Waajabila Faanaa Godina Harargee Lixaatti Harreen Lakkuu dhalte Sifen Megersa Mar 1, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 22, 2016 (FBC) – Godina Harargee Lixaa Aanaa Burqaa Dhintuu gandaa Burqaa Odaatti Harreen Lakkuu dhaluu dhagahame. Harreen tun kana dura yeroo tokko ilmoo tokko…
Oduu biyya keessaa Filannoo waliigalaa irra deebii fi itti guutiinsaa marsaa 6ffaa gaggeessuuf sagantaan ifoome Debela Tadesse Mar 1, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 22, 2016 (FBC)- Filannoo waliigalaa irraa deebii fi itti guutiinsaa marsaa 6ffaa raawwachiisuuf sagantaa ifoomsuu Boordiin Filannoo Biyyaalessaa beeksise. Haaluma…
Oduu biyya keessaa Gamtichi sagantaa hidhattoota duraanii deebisaanii dandamachiisuu raawwachiisuuf Yuuroo miiliyoona… Debela Tadesse Mar 1, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 22, 2016 (FBC)-Gamtaan Awurooppaa sagantaa hidhattoota duraanii deebisaanii dandamachiisuu raawwachiisuuf Yuuroo miiliyoona 16 arjoome. Sirna waliigaltee…
Fayyaa Dhibee Taayifoodii Sifen Megersa Mar 1, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 20, 2016 (FBC) – Dhibeen Taayifoodii baakteriyoota "Salmonella Typhi" ykn "Salmonella Paratyphi" jedhamaniin dhufa. Dhukkubni kun biyyoota guddataa jiran keessatti…
Oduu biyya keessaa Fandiin Misoomaa Afrikaa Itiyoophiyaaf deeggarsa Doolaara miiliyoona 46 taasise Debela Tadesse Feb 29, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 21, 2016 (FBC)-Boordiin Daayrektaroota Fandii Misoomaa Afrikaa Itiyoophiyaaf deeggarsa Doolaara miiliyoona 46 raggaasisuu beeksiseera. Deeggarsichis Horsiisee…
Oduu biyya keessaa Gabaa kaappitaalaa amanamummaan sochoosuuf waliigalteewwan mallatteeffaman Debela Tadesse Feb 29, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 21, 2016 (FBC)- Bu’uuraalee misoomaa Gabaa kaappitaalaa cimsuu, iftoominaa fi dandeettii teeknooloojii Abbaan Taayitaa Gabaa Kaappitaalaa Itiyoophyaa gabbisuuf…
Oduu biyya keessaa Fiildi Maarshaal Birhaanuu Juulaan Gita isaanii Keeniyaa waliin mari’atan Debela Tadesse Feb 29, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 21, 2016 (FBC)- Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa Raayyaa Ittisa Biyyaa Fiildi Maarshaal Birhaanuu Juulaan Keeniyaatti daawwannaa taasisaniiru. Daawwannaa isaaniin…
Oduu biyya keessaa MM Dooktar Abiy Ahimad Taanzaaniyaa Daaresalaam Galan Debela Tadesse Feb 29, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 21, 2016 (FBC)-Ministirrii Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad daawwannaaf Taanzaaniyaa Daaresalaam galaniiru. #Oromiyaa #Itiyoophiyaa Odeeffannoowwan waqtaawaa…
Oduu biyya keessaa MM Dooktar Abiy Ahimad daawwannaa Keeniyaatti taasisan xumuran Debela Tadesse Feb 29, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 21, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadii fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon guyyoota lamaaf daawwannaa hojii keeniyaatti taasisaa turan…
Ispoortii Pool Poogbaan waggoota afuriif tapha Kubbaa miilaarraa dhorkame Sifen Megersa Feb 29, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 21, 2016 (FBC) – Taphataan sarara gidduu duraan Maanchiisteer Yuunaayitiid Pool Poogbaan dawaa si’eessituu fayyadamee argamuu isaan waggoota afuriif tapha kubbaa…