Pireezidaantiin Itti Aanaa Kuubaa daawwannaaf Finfinnee galan
Finfinnee, Sadaasa 9, 2016 (FBC)- Pireezidaantiin Itti Aanaa Kuubaa Salvaador Vaaldees Meessaa daawwannaa hojiif Finfinnee galaniiru.
Salvaador Vaaldees Meessaa wayita Buufata Xiyyaaraa…