Baatiwwan sadan darban keessa Paaspoortiin kumni 500 ol maxxanfamuun gara biyya keessaa galuu ibsame
Finfinnee, Sadaasa 7, 2016 (FBC) – Baatiwwan sadan darban keessa Paaspoortiin kumni 500 ol maxxanfamuun gara biyya keessaa galuu Tajaajilli Immigireeshinii fi Lammummaa beeksiiseera.…