Aadde Adaanach Pireezidaantii Baankii Misoomaa Afrikaa waliin mari’atan
Finfinnee, Onkololeessa 30, 2016 (FBC) – Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen Pireezidaantii Baankii Misoomaa Afrikaa Dooktar Akiinwumii Adeesiinaa waliin mari’ataniiru.…