Obbo Fiqaaduu Tasammaan hojiilee misoomaa Jimmaatti hojjetamaa jiran daawwatan
Finfinnee, Sadaasa 1, 2016 (FBC)- Hogganaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa Obbo Fiqaaduu Tasammaa hojiilee misoomaa garaagaraa Magaalaa Jimmaatti hojjetamaa jiran…