Oomishaaleen Doolaarri miiliyoona 600 baasii itti ta’aa ture biyya keessatti oomishamuun ibsame
Finfinnee, Fulbaana 9, 2016 (FBC)-Adeemsa hanga ammaatti jirun oomishaaleen Doolaara miiliyoona 600 baasii itti tahaa turan biyya keessatti oomishuun bakka buusuun akka danda’e Paarkiin…