Godina Harargee Lixaatti dareewwan dabalataa hirmaannaa ummataan hojjetaman 791 tajaajila eegalan
Finfinnee, Adoolessa 16, 2015 (FBC) – Godina Harargee Lixaatti,dareewwan barnootaa dabalataa 791ol hirmaannaa hawaasaatiin hojjetaman tajaajilaaf oluu waajjirri barnoota godinichaa beeksise.…