Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan Ministira Alaa Moorookoo waliin mari’atan Sifen Megersa Jul 14, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 7, 2015 (FBC) – Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin Ministira Alaa Moorookoo Naasir Booriitaa waliin mari’ataniiru. Obbo…
Oduu biyya keessaa Aadde Samariitaan barreessaa olaanaa Mootummaa Ayerlaand waliin mari’atan Sifen Megersa Jul 14, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 7, 2015 (FBC) – Ministir Deetaan Ministeera Maallaqaa Aadde Samariitaa Sawaasaw barreessaa olaanaa Mootummaa Ayerlaand Jooseef Hakeet waliin dhimmoota waloorratti…
Oduu biyya keessaa Hanga Muddee bara dhufuutti loltoota kuma 75 giddugala haaromsaa galchuuf hojjetamaa… Debela Tadesse Jul 14, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 7, 2015 (FBC)- Hanga baatii Muddee bara dhufuutti loltoota kuma 75 giddugalaa haaromsaa galchuuf hojjetamaa jiraachuu Koomishinin Haaromsa Biyyaalessaa ibse. Loltoota…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanech sosochii fooyyessa bu’uuraalee misoomaa manneen barnootaa eegalchiisan Debela Tadesse Jul 14, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 7, 2015 (FBC)-Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen sosochii fooyyessa bu'uuraalee misoomaa manneen barnootaa eegalchiisaniiru. Sagantaa…
Ispoortii Ramaddiin gulaallii tapha waancaa Addunyaa bara 2026 Zoonii Afrikaa ifoome Sifen Megersa Jul 13, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 6, 2015 (FBC) – Ramaddiin gulaallii tapha waancaa Addunyaa bara 2026 Zoonii Afrikaa har'a Kootidivaaritti ifoomeera. Ityoophiyaan Ijipti, Burkinaafaasoo, Jibuutii,…
Oduu biyya keessaa Marii sadee guutinsa Bishaan Hidha Haaroomsa Guddicha Ityoophiyaa baatii 4 keessatti xumuruuf walii… Sifen Megersa Jul 13, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 6, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin Ijipti Abdulfattaahiii Alsisiin Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad simachuun dubbisaniiru. Hoggantoonni biyyoota lamaanii…
Oduu biyya keessaa Rakkoo walxaxaa Sudaan mudate furuuf tattaffii waloo barbaachisa – Dooktar Abiy Ahimad Sifen Megersa Jul 13, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 6, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad rakkoo Sudaan furuuf marii gaggeessummaa Dhaabbata Misoomaa Mootummoota Baha Afrikaa fi deeggarsa Gamtaa…
Ispoortii Adaamaan Shaampiyoonaa Guddattoota Oromiyaa bara 2015 ta’e Sifen Megersa Jul 13, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 6, 2015 (FBC) – Dorgommii Madaallii Guddattoota Oromiyaan Magaalli Adaamaa Godina Jimmaa 2-0n injifachuun Shaampiyoonaa Guddattoota Oromiyaa bara 2015 ta'eera.…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti hanga ammaatti lafti heektaarri kumni 630 ol sanyii Qamadiin uwwifame – BQO Sifen Megersa Jul 13, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 6, 2015 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti Misooma qamadii Qonna Gannaatiin hanga ammaatti lafti hektaarri 630 ol faca’uu Biiroon Qonnaan naannichaa beeksise. Bara kana…
Waajabila Faanaa Hoolaa ilmoolee shan dhalte Debela Tadesse Jul 13, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 6, 2015 (FBC)- Naannoo Ummatoota Kibba Lixaa Ityoophiyaa Godina Kafaa Aanaa Adiyyootti hoolaan tokko ilmoolee shan dhaluun gabaafame. Hoolaan kun sanyii hoolaa Boogaa…