Manneen barnootaa kaleessaa itti barattan deeggarsa keessan barbaadu-MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Waxabajjii 25, 2015 (FBC)-Ityoophiyaa kallatti kamittuu kan barattan hundi manneen barnootaa kaleessaa itti barattan har’a deeggarsa keessan barbaadu jedhan Muummeen Ministiraa…