Manni Maree Magaalaa Finfinnee yaa’ii idilee gaggeessaa jira
Finfinnee, Sadaasa 15, 2016 (FBC)- Manni Maree Magaalaa Finfinnee yaa’ii idilee 1ffaa bara hojii 3ffaa gaggeessuu eegaleera.
Yaa’icha irratti Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee…