Oduu biyya keessaa Waamicha Dhaabuun Bayyanachuu Itiyoophiyaa Sifen Megersa Jul 29, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 22, 2017 (FMC) – Dhaabuun Bayyanachuu Itiyoophiyaaf haa hiriirru jechuun Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa Waamicha Biyyaalessaa dhiyeesse. Sagantaa Ashaaraa…
Oduu biyya keessaa Mootummaan Naannoo Oromiyaa gurgurtaa Konkolaataa moofaa, Mootar Saayikilii fi Sibiila adda… Yonatan Birhanu Jul 29, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 22, 2017 (FMC) - Naannoo Oromiyaatti gurgurtaa konkolaattota dullooman, mootar saayikilii fi sibiilota ciccitaa irraa birrii Miiliyoona 100 fi miliyoona 62 Ol walitti…
Oduu biyya keessaa Manni Maree naannichaa Baajata bara 2018 Birrii biiliyoona 200 fi biiliyoona 25 ta’uun dhiyaate… Sifen Megersa Jul 29, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 22, 2017 (FMC) – Manni Maree Naannoo Amaaraa Baajata bara 2018 Birrii biiliyoona 200 fi biiliyoona 25 ol ta’uun dhiyaate raggaasise. Manni marichaa yaa’ii idilee…
Oduu biyya keessaa Hoggantoonnii fi hojjettoonni FMC Magaalaa Wandoo Gannatitti biqiltuu Ashaaraa Magariisaa dhaaban Sifen Megersa Jul 29, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 22, 2017 (FMC) –Hoggantoonnii fi hojjettoonni Faanaa Miidiyaa Korporeeshin Naannoo Sidaamaa Godina Kaaba Sidaamaa Magaalaa Wandoo Gannat gaara Noolee irratti biqiltuu…
Oduu biyya keessaa Gaazexeessaa Birhaanuu Waldasamayaatiif waamicha deeggarsaa dhiyaate Sifen Megersa Jul 29, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 22, 2017 (FMC) –Mahaandisa qorannoo Gaazexeessummaa jedhamuun kan beekamu Gaazexeessaa Birhaanuu Waldasamayaat dhibee isa mudateef waamichi deeggarsaa dhiyaate. Haala…
Oduu biyya keessaa Koorporeeshinichi galii Birrii biiliyoona 4 argate Sifen Megersa Jul 29, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 22, 2017 (FMC) – Koorporeeshiniin Misooma Paarkiiwwan Indaastirii Itiyoophiyaa bara baajataa xumurame galii Birrii biiliyoona 4 argadhe jedhe. Koorporeeshinichi…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaa fi Xaaliyaaniin damee Qonnaan waloon hojjechuuf walii galan Sifen Megersa Jul 29, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 22, 2017 (FMC) - Itiyoophiyaa fi Xaaliyaaniin damee qonnaan waloon hojjechuuf waliigaltee mallatteesan. Waliigalticha Ministirri Ministeera Qonnaa Dooktar Girmaa…
Oduu biyya keessaa Qindoomina hojii Fooramii Miidiyaalee gidduutti uumameen odeeffannoo waaltessuun danda’ame-… Sifen Megersa Jul 29, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 22, 2017 (FMC) - Qindoomina hojii Fooramii Miidiyaalee gidduutti uumamaa dhufeen odeeffannoo waaltessuun danda'ameera jedhan Hogganaan Biiroo Kominikeeshinii Oromiyaa…
Oduu biyya keessaa Godambaan Saayinsii agarsiistuu guddina teeknooloojii Afrikaati – Obbo Tamasgeen Xurunaa Yonatan Birhanu Jul 28, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 21, 2017 (FMC) - Godambaan Saayinsii Itiyoophiyaa Afrikaan guddina saayinsii fi teeknooloojiin daandii mataa ishee bocuun abdiin kan itti argamaa jiru ta’uu isaaf…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan wabii nyaataa mirkaneessuuf tarkaanfiiwwan adda addaa fudhachaa jirti –… Yonatan Birhanu Jul 28, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 21, 2017 (FMC) - Itiyoophiyaan maatii irraa eegaltee wabii nyaataa mirkaneessuuf tarkaanfiiwwan adda addaa fudhachaa jirti jedhan pirezidaantiin FDRl Taayyee Atsqa…