Hawaasni Yeroo Qalmaa Gogaan akka Hin Banne Of-eeggannoo gochuu qaba – Ministeericha
Finfinnee, Ebla 1, 2018 (FMC) - Ministeerri Qonnaa, hawaasni yeroo qalmaa oomishni gogaa fi kallee akka hin banne of-eeggannoo akka godhu hubachiiseera.
Itti-gaafatamaan Deeskii Misooma…