Dhaabbatichi rakkoo keessa ture keessa bahuun hojiilee bu’aa qabeessa hojjechuu eegale
Finfinnee, Adoolessa 18, 2017 (FMC) – Waldaan Aksiyoonaa Waraqaafi paalpii Itiyoophiyaa yeroo dheeraaf rakkoo keessa ture keessaa bahuun hojiilee bu’aa qabeessa hojjechuu eegale jedhe.…