Oduu biyya keessaa Dhimma Birmadummaa… Sifen Megersa Jul 17, 2026 0 Seenaan Itiyoophiyaafi Galaanni Diimaa adda bahuu kan hin dandeenye seenaa dhimma jiraachuufi jiraachuu dhabuuti. Gaaffiin abbummaa ulaa galaanaa dhimma birmadummaa fi dhalootaa akkasumas…
Oduu biyya keessaa Rakkoolee hawaasa mudatan furuuf Buusaa Gonofaan hojiilee jalqabe cimsuu qaba – Obbo Awwaluu… Sifen Megersa Jul 17, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 10, 2018 (FMC) – Rakkoolee hawaasa mudatan furuuf Buusaa Gonofaan hojiilee jalqabe cimsuu qaba jedhan Ittaanaan Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Awwaluu…
Oduu biyya keessaa Ulaa galaanaa meeshaa biyyi tokko addunyaa ittiin to’attu… Ayana Dheressa Jul 17, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 10, 2018(FMC)- Ulaan galaanaa guddina diinagdeefi faayidaa biyyaalessaa biyya tokkoo eegsisuurra darbee meeshaa biyyi tokko ittiin addunyaa to’attudha. Biyyoonni…
Oduu biyya keessaa Aadde Alamituu Uumad waliin marii bu’aa qabeessa taasisne- Kantiibaa Adaanech Abeebee Ayana Dheressa Jul 17, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 10, 2018(FMC)- Kantiibaan magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebeen Pireezidaantii naannoo Gaambeellaa aadde Alamituu Uumad waliin marii bu’aa qabeessa taasisneerra…
Oduu biyya keessaa Cancala Diigumsaa Sifen Megersa Jul 17, 2026 0 Diinota seenaa fi humnoota alaa dantaa biyyaalessaa Itiyoophiyaa laamshessanii naannawicha irratti olaantummaa qabaachuuf barbaadan, daandii xaxamaan hordofan keessaa Gaanfi Afrikaa…
Idil Addunyaa Ameerikaan halkan 6ffaaf Iraan irratti haleellaa olaanaa raawwatte Sifen Megersa Jul 17, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 10, 2018 (FMC) – Walitti bu’iinsi Ameerikaa fi Iraan irra deebiin eegalame hammaatee itti fufeera. Kanaanis Ameerikaan halkan 6ffaaf Iraanirratti haleellaa cimaa…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsi Magaalichaa Gamaaggama Raawwii Hojii Bara 2018 Gaggeessuu Jalqabe Yonatan Birhanu Jul 17, 2026 0 Finfinnee, Adooleessa 10, 2018 (FMC) — Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee gamaaggama raawwii hojiiwwan bara baajataa 2018 gaggeessuu jalqabeera. Kantiibaan Magaalichaa Adaanech Abeebee fuula…
Oduu biyya keessaa Humni fedhii fi Faayidaa Itiyoophiyaa daangessuu danda’u hin jiru! Sifen Megersa Jul 17, 2026 0 Itiyoophiyaan yeroo adda addaatti rakkoolee walxaxaa diinota alaa, shira keessoo fi namoota dhuunfaa dantaa ofii barbaadaniin hedduun rakkachaa turte. Hawaasni waliin akka hin jiraanne…
Oduu biyya keessaa Haati Yaa’ii Maree Biyyaalessaaf dhufte ilma dhiiraa hofkaltee maqaa mucaa ishee “Mikikkir “ jette… Tsehay Guluma Jul 16, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 9, 2018 (FMC)- Yaa’iin Maree Biyyaalessaa hirmaattoota kutaale biyyattii gargaraarra walitti babba’an wajjiin Magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira. Kanneen keessaa…
Oduu biyya keessaa Faayidaa biyyaaleessaa keenya dabarsinee kennuurra, dhimmoota walii hin gallerratti mari’achuun… Tsehay Guluma Jul 16, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 9, 2018 (FMC)- Faayidaa biyyaaleessaa keenya dabarsinee kennuurra, dhimmoota walii hin gallerratti mari’achuun furuu qabna jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy…