DhFA meeshaalee wal’aansa balaa tasaa meetirik toonii 35 Naannoo Tigraayitti qoodaa jira
Finfinnee, Bitootessa 11, 2015 (FBC)- Dhaabbanni Fayya Addunyaa meeshaalee wal’aansa balaa tasaa meetirik toonii 35 dhaabbilee fayyaa Naannoo Tigraayitti argamaniif raabsaa jiraachuu…