Oduu biyya keessaa Guyyaan injifannoo Adwaa 127ffaan kabajamaa jira Ayana Dheressa Mar 2, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 23, 2015(FBC)- Guyyaan injifannoo Adwaa 127ffaan magaalaa Finfinneetti kabajamaa jira. Ayyaanichi magaalaa Finfinnee dabalatee kutaalee biyyattii garaagaraatti…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni injifannoo Adwaa 127ffaan guyyaa har’aa sagantaalee garaagaraan ni kabajama Ayana Dheressa Mar 2, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 23, 2015(FBC)- Guyyaan injifannoo Adwaa 127ffaan guutuu biyyattiitti sagantaalee garaagaraan kabajamee oola. Ayyaanichi magaalaa Finfinnee dabalatee kutaalee…
Oduu biyya keessaa Pireezidaantoonni naannolee ergaa baga geessanii dabarsan Sifen Megersa Mar 1, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 22, 2015 (FBC) –Pireezidaantoonni naannolee injifannoo Adwaa waggaa 127ffaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru. Mootummaan naannoo Hararii…
Oduu biyya keessaa Injifannoo Adwaarratti lammiileen Ityoophiyaa hundi wareegama kaffalaniiru – Aadde Adaanach… Sifen Megersa Mar 1, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 22, 2015 (FBC) –Kantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen injifannoo Adwaa waggaa 127ffaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru. Injifannoo…
Oduu biyya keessaa Ga’ee Gootoonni Oromoo birmadummaa biyyaa keessatti qaban dhaloota barsiisuun dirqama –… Sifen Megersa Mar 1, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 22, 2015 (FBC) – Ga 'ee Gootoonni Oromoo birmadummaa biyyaa kabachisuu fi ijaarsa biyyaa keessatti qaban dhaloota barsiisuuf dirqama isaanii kan ba'an ta'uu hayyoonni…
Oduu biyya keessaa Injifannoon Adwaa Poolisii Federaalàatti kabajame Sifen Megersa Mar 1, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 22, 2015 (FBC) – Injifannoon Adwaa Waggaa 127ffaan mata duree 'Tokkummaa, Gootummaa fi Jabina' jedhuun Waajjira Muummee Poolisii Federaalaatti kabajameera.…
Oduu biyya keessaa Sifen Megersa Mar 1, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 22, 2015 (FBC) - Injifannoon Adwaa seenaa walqixxummaa fi qabsoo bilisummàa dhala namaa sadarkaa Addunyaa kan jijjiire ta'uu Hayyuun seenaa Gargaaraan Piroofeesaraa…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan Ministira Dhimma Alaa Azaarbaajaan waliin mari’atan Ayana Dheressa Mar 1, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 22, 2015 (FBC) - Ittaanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimaa Alaa Obbo Dammaaqaa Makoonniin Ministira Dhimmaa Alaa Azaarbaajan Jeeyihuun Baayiraamoov…
Oduu biyya keessaa Hojiirra Oolmaa Piroojektii bittaaf gurgurtaa misooma Beeyladaarratti mariin gaggeeffame Sifen Megersa Mar 1, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 22, 2015 (FBC) - Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa, deeggarsaa Baankii Addunyaan hojiirra kan olu Piroojektii bittaaf gurgurtaa misooma…
Oduu biyya keessaa Boordichi bu’aa sagalee uummataa godinaalee 6fi aanaalee addaa 5 naannoo uummattoota Kibbaa ifoomse Ayana Dheressa Mar 1, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 22, 2015(FBC)- Boordiin Filannoo Biyyaalessaa bu’aa sagalee uummataa godinaalee 6fi aanaalee addaa 5 naannoo uummattoota Kibbaa ifoomsuu beeksise. Godinaaleefi…