Sadarkaa federaalaatti qofa malaanmaltummaan kan hatamuuf ture Birrii miiliyoona 753 baraaruun akka…
Finfinnee, Guraandhala 3, 2015 (FBC)- Baatiiwwan ja’an darban sadarkaa federaalaatti qofa malaanmaltummaan kan hatamuuf ture Birrii miiliyoona 753 baraaruun akka danda’ame Koomiishiniin…