Oduu biyya keessaa ‘Badhaasni Hacaaluu Hundeessaa’ Waxabajjii 22 gaggeeffama Debela Tadesse Jun 16, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 9, 2015 (FBC)-'Badhaasni Hacaaluu Hundeessaa' marsaa 2ffaan Waxabajjii 22, 2015 gaggeeffama. Faawundeeshiniin Artisti Hacaaluu Hundeessaa sagantaa badhaasichaa…
Idil Addunyaa Hoggantoonni biyyoota Afrikaa 7 ergama nageenyaaf gara Raashiyaa fi Yuukreen imalan Sifen Megersa Jun 16, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 9, 2015 (FBC) – Hoggantoonni biyyoota Afrikaa 7 ergama nageenyaaf gara Raashiyaa fi Yuukreen imaluu ibsame. Hoggantoonni kunneen gara Raashiyaa osoo hin imalin dura…
Idil Addunyaa Bidiruun Galaanaa Meediteeriyaanii keessatti dhidhimte lubbuu namoota hedduu galaafachuu hin oolle… Sifen Megersa Jun 16, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 9, 2015 (FBC) – Bidiruun Godaantoota feetee imaalaa turte Galaanaa Meediteeriyaanii keessatti dhidhimuun lubbuu namoota hedduu galaafachuu hin oolle jedhameera.…
Oduu biyya keessaa Hoggantoonni Paartii Badhaadhinaa Adaamaatti biqiltuu dhaaban Debela Tadesse Jun 16, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 9, 2015 (FBC)-Sirna Cufiinsa walga’ii hoggantoota sadarkaa Oromiyaa gaggeeffamaa tureerratti hirmaattonni walga'ichaa Magaalaa Adaamaatti biqiltuu dhaabaniiru.…
Ispoortii Atleet Yoomiif Qajeelchaan fiigicha daayimand liigii Oslootti fiigame injifate Sifen Megersa Jun 16, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 9, 2015 (FBC) – Atleet Yoomiif Qajeelchaan fiigicha daayimand liigii halkan edaa Noorweey magaalaa Oslootti fiigame injifateera. Dorgommii meetira kuma 5 dhiiroota…
Oduu biyya keessaa Yakkoota naannawaa daangaa Ityoophiyaa fi Keeniyaatti raawwatamu ittisuuf waliigalame Sifen Megersa Jun 15, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 8, 2015 (FBC) – Yakkoota daangaa ce'aa naannawaa daangaa Ityoophiyaa fi Keeniyaatti raawwatamu waloon ittisuuf waliigalameera. Jilli Komishinara Komishinii Poolisii…
Oduu biyya keessaa Adeemsa ajandaa marii biyyaalessaa walitti qabuu fi hirmaattoota adda baasuu keessatti Paartileen… Sifen Megersa Jun 15, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 8, 2015 (FBC) – Adeemsa ajandaa marii biyyaalessaa walitti qabuu fi hirmaattoota adda baasuu keessatti Paartilee siyaasaa hirmaachisuu qofa osoo hin taane abbummaan…
Oduu biyya keessaa Godina Shawaa Bahaatti boloqqeen Mekaanaayizeeshiniin deeggeramee kilaasteraan faca’e Sifen Megersa Jun 15, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 8, 2015 (FBC) – Qonna Gannaa bara kanaatiin oomishaalee qonnaa al-ergee baayyinaafi qulqullinaaan oomishuuf hojjetamaa jiraachuu Biiroon Qonna Oromiyaa beeksiseera.…
Oduu biyya keessaa Konkolaataan Elektirikaa Chaayinaatti oomishamu Voolsi Waagan yeroof Ityoophiyaa akka hin seenne… Sifen Megersa Jun 15, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 8, 2015 (FBC) – Chaayinaatti kan oomishamu Konkolaataan Elektirikaa Voolsi Waagan yeroof Ityoophiyaa akka hin seenne dhorkamuu Ministeerri Geejjibaa fi Loojistiiksii…
Fayyaa Ityoophiyaatti daa’imman miiliyoonni 5 hanqina nyaataan rakkoo fayyaaf saaxilamoo ta’uun… Debela Tadesse Jun 15, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 8, 2015 (FBC)- Ityoophiyaatti daa'imman miiliyoona 5 ta'an hanqina nyaata madaalawaan rakkoo fayyaaf saaxilamaa jiraachuun ibsame. Koonfiraansiin Idil addunyaa…