Galiin biyya keessaa mootummaa Federaalaa % 28.9 dabaleera – Ministeera Pilaanii fi Misoomaa
Finfinnee, Amajjii 22, 2015 (FBC) – Galiin biyya keessaa mootummaa Federaalaa kan bara darbeen yoo madaallame % 28.9 dabaluu Ministeerri Pilaanii fi Misoomaa beeksise.
Gamaaggamni raawwii…