Ambaasaaddaroonni biyyoota Afrikaa Ityoophiyaatti argaman Akkaadaamii Hoggansaa Afrikaa daawwatan
Finfinnee, Guraandhala 2, 2015(FBC)- Ambaasaaddaroonniifi hoggantoonni olaanoon biyyoota Afrikaa Ityoophiyaatti argaman Akkaadaamii Hoggansaa Afrikaa daawwataniiru.
Pireezidaantiin…