Humni Waloo Nageenyaa Abbootii Amantaa Ortodoksii waliin mari’ate
Finfinnee, Amajjii 9, 2015 (FBC) – Humni Waloo Nageenyaa fi Tikaa kabaja Ayyaana Cuuphaa ilaalchisee Abbootii Amantaa Ortodoksii waliin mari’ate.
Kaayyoon marichaa ayyaanni Cuuphaa karaa…