Oduu biyya keessaa Lammiileen kumni 1 fi 171 gara biyyaatti deebi’an Debela Tadesse Jan 9, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 1, 2015(FBC)- Lammiileen Ityoophiyaa Saa’ud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan kumni 1 fi 171 har’a gara biyyaatti deebi’aniiru. Guyyaa har’aa kanneen deebi’an…
Fayyaa Ityoophiyaanonni Kaalifoorniyaa Kaaba Jiraatan meeshaalee wal’aansaa Birri miiliyoona 27 deeggarsa… Debela Tadesse Jan 9, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 1, 2015(FBC)- Ogeeyyiin fayyaa Dhalattoonni Ityoophiyaa fi ityoophiyaanonni Kaalifoorniyaa Kaaba Jiraatan meeshaalee wal’aansa Fayyaa Birri miiliyoona 27’tti tilmaamaman…
Ispoortii Gaariiz Beel tapha kubbaa miilaa dhaabe Debela Tadesse Jan 9, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 1, 2015(FBC)- Taphataan kubbaa miilaa beekaman lammii Weelsi Gaariiz Beel tapha kubbaa miilaa biyyaalessaas ta’e kilabaa dhaabuu beeksise. Beel gama miidiyaa…
Oduu biyya keessaa Dameewwan xiyyeeffannaan duraa kennamerratti dhaabbilee alaa hawwachuuf gaheen misiyoonotaa… Debela Tadesse Jan 9, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 1, 2015(FBC)- Filamaatilee invastimatii dameewwan xiyyeeffannaan duraa kennameef irratti dhaabbilee biyyaa alaa dorgomtoota ta’an hawwachuuf tattaaffii taasifamu keessatti…
Fayyaa Sababoota ittisuun danda’amuun du’aatii haadholii dhabuurratti qindoominni cimee itti fufuu… Debela Tadesse Jan 9, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 1, 2015(FBC)- Du’aatii haadholii hir’isuun bu’aan argame jajjabeessaa ta’us ammas sababoota ittisuun danda’amuun du’aatii haadholii dhabuu irratti hojmaanni qindaawaan…
Ispoortii Roobeertoo Maartiineez leenjisaa Garee Biyyaalessaa Poorchugaal ta’an Debela Tadesse Jan 9, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 1, 2015(FBC)- Leenjisaan duraanii garee Biyaalessaa Beeljiyam Roobeertoo Maartiineez leenjisaa Garee Biyyaalessaa Poorchugaal ta’an. Leenjisaan lammii Ispeen leenjisaa…
Oduu biyya keessaa Hoggantoota shaneerraa ergama fudhachuun gocha shororkeessummaaf socho’aa kan turan shakkamtoonni 9… Debela Tadesse Jan 9, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 1, 2015(FBC)- Miseensota garee shrorkeessaa shanee ta’uun hoggantoota garechaa waliin tooftaalee quunnamtii garaagaraan wal arguun Magaalaa Finfinnee fi naannawaa isheetti…
Oduu biyya keessaa Murtoo Ummataa Naannoo Kibbaatti gaggeeffamuuf filattoonni miiliyoonni 2.9 ol galmaa’an – BFBI Sifen Megersa Jan 9, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 1, 2015 (FBC) – Godinaaleen 6 fi aanaaleen addaa 5 waliin gurmaa’uun naannoo haaraa hundeessuuf murtoo Ummataa naannoo Kibbaatti gaggeeffamuuf filattoonni miiliyoonni 2.9…
Oduu biyya keessaa Manni marichaa muudamoota garaagaraa raggaasise Sifen Megersa Jan 9, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 1, 2015 (FBC) – Manni Maree Magaalaa Shaggar Sadarkaa Itti aanaa Pireezidaantiitti Kantiibaan Magaalaa Shaggar Dooktar Tashoomaa Addunyaa muudamoota adda addaa dhiyeessan…
Oduu biyya keessaa Naannoo Gambeellaatti giddugalli qindeessa qurxummii eebbifame Ayana Dheressa Jan 9, 2023 0 Amajjii 1, 2015(FBC)- Naannoo Gambeellaatti giddugalli qindeessaafi gurgurtaa qurxummii eebbifameera. Giddugalichi qabeenya qurxummii naannichaa karaa ammayyaan misoomsuufi itti…