Oduu biyya keessaa Kitaabileen haasawa Muummee Ministira qabatan ifooman Debela Tadesse May 4, 2023 0 Finfinnee, Eebla 26, 2015 (FBC)-Kitaabonni mata duree “Fulbaanaa hanga Fulbaanaa” fi “Bitootessaa Hanga Fulbaanaa” jedhuun maxxanfamanii fi haasawaa Ministira Muummee Abiy Ahimad qaban lama…
Oduu biyya keessaa Haalli hongee godinaalee Oromiyaa keessatti mudate jijjiirama qabaachuun ibsame Debela Tadesse May 4, 2023 0 Finfinnee, Eebla 26, 2015 (FBC)- Haalli hongee godinaalee Oromiyaa keessatti mudatee ture jijjiirama qabaachuu Buusaa Gonofaan Oromiyaa beeksise. Itti Aanaan Hoggaanaa Buusaa Gonofaa…
Biiznasii Galiin daldala Warqeerraa argamu hir’isaa waan jiruuf tarkaanfiin sirreeffamaa fudhatamaa… Debela Tadesse May 4, 2023 0 Finfinnee, Eebla 26, 2015 (FBC)- Sababa Daldala Seeraan Alaa fi Rakkoo Nageenyaan Galiin daldala Warqeerraa argamu hir’isaa waan jiruuf tarkaanfiin sirreeffamaa fudhatamaa jiraachuu Bulchaan…
Oduu biyya keessaa Terminaalli fi Buufanni Maqalee tajaajila eegale Debela Tadesse May 4, 2023 0 Finfinnee, Eebla 26, 2015 (FBC)- Buufannii fi Terminaalli Maqalee gara tajaajilaatti deebi’uu Dhaabbanni Tajaajila Loojistiksii fi Geejjibaa Galaanaa Ityoophiyaa beeksise. Sababa rakkoo…
Oduu biyya keessaa Yuunivarsiitiin Harraambee Yuunivarsiitii Bundi waliin waliigaltee mallatesse Debela Tadesse May 4, 2023 0 Finfinnee, Eebla 26, 2015 (FBC)- Yuunivarsiitiin Harraambee Yuunivarsiitii Bundi Indooneeshiyaa waliin dhimma barnoota, aadaa fi qoranoon waliin hojjachuuf waliigaltee mallatteesseera.…
Biiznasii Baankiin Awaash sagantaa ‘’qusadhaa badhaafamaa’’ maamiltootaa marsaa 10ffaa gaggeesse Sifen Megersa May 4, 2023 0 Finfinnee, Eebla 26, 2015 (FBC) –Baankiin Awaash sagantaa ‘’qusaadhaa badhaafama’’ maamiltootaa marsaa 10ffaan Abboottii carraa badhaase. Baankichi marsaa 10ffaan namoota carraa ba’eef…
Idil Addunyaa Ajaay Baangaan Pireezidaantii Baankii Addunyaa ta’uun filataman Sifen Megersa May 4, 2023 0 Finfinnee, Eebla 26, 2015 (FBC) – Dhalataan Hindii lammiin Ameerikaa Ajaay Baangaan Pireezidaantii Baankii Addunyaa ta’uun filatamaniiru. Ogeessi Faayinaansii fi Invastimantii duraanii…
Oduu biyya keessaa Chaansilarri Jarman Olaaf Shooliz Finfinnee galan Sifen Megersa May 4, 2023 0 Finfinnee, Eebla 26, 2015 (FBC) – Chaansilarri Jarman Olaaf Shooliz daawwannaa hojii guyyoota lamaaf biyyoota Afrikaatti taasiisaniif Finfinnee galaniiru. Ministir Deetaan Ministeera…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Birhaanuu Tsagaayeen Ministira Ministeera Dhimma biyya keessaa Jibuutii Sayid Hasan… Sifen Megersa May 4, 2023 0 Finfinnee, Eebla 26, 2015 (FBC) – Jibuutiitti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Birhaanuu Tsagaayeen Ministira Ministeera Dhimma biyya keessaa Jibuutii Sayid Hasan waliin dhimmoota lammiilee…
Oduu biyya keessaa Mootummaan Naannoo Oromiyaa hojiilee ijoo hojjechaa jiru keessaa tokko diinagdee Oromoo guddisuudha… Sifen Megersa May 4, 2023 0 Finfinnee, Eebla 26, 2015 (FBC) – Mootummaan Naannoo Oromiyaa hojiilee ijoo hojjechaa jiru keessaa tokko diinagdee Uummata Oromoo guddisuu ta'uu Itti Aanaan Pireezidaantii naannichaa Obbo…