Kiristiyaanoo Roonaaldoon Kilabii Saa’ud Arabiyaa Al-Naasiritti makamuuf waliigale
Finfinnee, Sadaasa 21,2015 (FBC)- Kiristiyaanoo Roonaaldoon Kilabii Saa’ud Arabiyaa Al-Naasiritti makamuuf waliigaluu gabaafamaa jira.
Akka gabaasa Miraariifi Deeyilii Meeyilitti…