Dooktar Abiy Ahimad galmi Ashaaraa Magariisaa baranaa akka milkaa’uuf hundi akka hirmaatu gaafatan
Finfinnee, Waxabajjii 26, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad galmi Ashaaraa Magariisaa baranaa akka milkaa’uuf hundi akka hirmaatu waamicha dhiyeessaniiru.…