Hawaasni Musliimaa wayita Ayyaana Iid kabaju lammiilee rakkatan gaafachuun ta’uu qaba…
Finfinnee, Bitootessa 9, 2018 (FMC)- Hawaasni Musliimaa wayita Ayaana Iid Al faxir kabaju lammiilee rakkatan gaafachuu fi gargaaruun ta’uu qaba jedhe Manni Maree Dhimmoota Islamummaa…