Idil Addunyaa Duula waraanaa Iraanirratti gaggeeffamaa jiru… Sifen Megersa Mar 21, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 12, 2018 (FMC) – Duulli waraanaa Iraanirratti gaggeeffamaa jiru suuta suuta hir'ataa kan deemu ta'uu Pireezidaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraampi ibsan. Ameerikaan…
Biiznasii Namootni 600 caalan karaa seeraan alaa Boba’aa daddabarsan to’ataman – Ministeericha Sifen Megersa Mar 21, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 12, 2018 (FMC) – Namootni 600 caalan karaa seeraan alaa Boba’aa daddabarsan to’ataman jedhe Ministeerri Daldalaafi Walitti Hidhamiinsa Naannawwaa. Yakkoota…
Oduu biyya keessaa Riifoormiin damee Albuudaarratti taasifame galiin akka dabalu taasise – Abbaa Taayitichaa Tsehay Guluma Mar 21, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 12, 2018 (FMC)- Riifoormiin damee Albuudaa irratti taasifame galiin damicharraa argamu sadarkaa olaanaan akka dabalu taasiseera jedhe Abbaan Taayitaa Misooma Albuudaa…
Oduu biyya keessaa Ogeeyyiin Miidiyaalee faayidaa biyyaalessaa eegsisuuf xiyyeeffannoon hojjechuu qabu – Ambaasaaddar… Tsehay Guluma Mar 21, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 12, 2018 (FMC)- Ogeeyyiin Miidiyaalee faayidaa biyyaalessaa eegsisuuf xiyyeeffannoon hojjechuu qabu jedhan Daarektarri Olaanaa Tajaajila Nageenya Odeeffannoo…
Ispoortii Piriimeer Liigii Ingiliziin har’a taphoonni afur ni taphatamu Tsehay Guluma Mar 21, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 12, 2018 (FMC)- Taphoota Piriimeer liigii Ingilizii torbee 31ffaan har’a taphoonni afur ni taphatamu. Hirmaannaa Shaampiyoonsii Liigii bara dhufuu argachuuf…
Oduu biyya keessaa Baalli sammuu namaa adoochu Kaanaabiis jedhamu kan kiiloo giraama 40 ulfaatu to’atame Sifen Megersa Mar 20, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 11, 2018 (FMC) – Baalli sammuu namaa adoochu Kaanaabiis jedhamu kan kiiloo giraama 40 ulfaatu Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Booleetti to'atame. Ogeeyyiin Tajaajila…
Oduu biyya keessaa Hanga guyyaa kaleessatti filattoonni miiliyoonni 18 fi kumni 500 ol galmaa’an Yonatan Birhanu Mar 20, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 11, 2018 (FMC) – Hanga Bitooteessa 10, 2018tti filattoonni miiliyoonni 18 fi kumni 500 ol galmaa'aan jedhe Boordiin Filannoo Biyyaalessa Itiyoophiyaa. Galmeen…
Idil Addunyaa Gootichi fiilmiiwwan Holiwuud Chaak Nooris addunyaa kanarraa du’aan boqote Yonatan Birhanu Mar 20, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 11, 2018 (FMC) – Taatoon fiilmii Holiwuud beekamaa fi gootni ogummaa maarshaalii Chaak Nooris ganna 86'tti addunyaa kanarraa du’aan boqoteera. Nooris bara 1940…
Idil Addunyaa Waraana keessa teessee bara haaraa peerahiyaanotaa kabajaa kan jirtu Iraan Yonatan Birhanu Mar 20, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 11, 2018 (FMC) - Iraan bara 1980 booda yeroo jalqabaaf ayyaana waggaa haaraa Peershiyaanotaa "Nooruuz" jedhamuun beekamu waraana keessa teessee kabajachaa jirti.…
Oduu biyya keessaa Deeggarsa Namoomaa lammiilee Godina Gaamootti Balaa sigiga Lafaan Miidhamaniif Cimee Itti Fufe Yonatan Birhanu Mar 20, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 11, 2018 (FMC) – Raayyaa Ittisa Biyyaatti Ajajni Giddu Gala Daalol, namoota godina Gaamoo aanaalee garaa garaa keessatti balaa sigiga lafaa mudateen miidhamaniif…