Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 76 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Adoolessa 29, 2014(FBC)- Balallii marsaa sadiin guyyaa har’aa lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 76 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’uu Ministeerri Dhimma Dubartootaafi…