Oduu biyya keessaa Lammiileen kumni 1 fi 21 gara biyyaatti deebi’an Debela Tadesse Nov 23, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 14, 2015(FBC)- Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 21 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaatti deebi’aniiru. Lammiilee gara biyyatti deebisuu marsaa sadiin har’a gaggeeffameen…
Idil Addunyaa Turki bakkeewwan 500 ta’an finciltoonni Kurdi ni argamuu jette haleelte Debela Tadesse Nov 23, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 14, 2015(FBC)- Turki Iraaqii fi Sooriyaa keessa socho’u kan jettee finciltoota Kurdirratti haleellaa qilleensarraa gaggeessiteen bakkeewwan 500tti dhiyaatan rukutuu…
Fayyaa Sirna fayyaa cimaa ijaaruuf hojmaata qindaawaa barbaachisa-Dooktar Liyaa Taaddasaa Debela Tadesse Nov 23, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 14, 2015(FBC)- Balaawwan fayyaa tasaa hawaasaa dandamachuuf sirna fayyaa cimaa ijaaruuf hojmaata qindaawaa barbaachisa jechuun Ministirri Ministeeraa Fayyaa Dooktar Liyaa…
Oduu biyya keessaa Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa gara naannoo Tigraayitt balallii eegaluufi Sifen Megersa Nov 23, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 14, 2015 (FBC) -Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa gara naannoo Tigraayitti balallii adda citee ture eegaluuf qophiirra jiraachuu beeksise. Daandichi balallii eegaluun…
Oduu biyya keessaa Taankaroonni Bishaan kuusanii fi ogeeyyiin karaa Goondar Humaraan gara Tigraayitti ergaman Sifen Megersa Nov 23, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 14, 2015 (FBC) – Taankaroonni Bishaan kuusanii fi ogeeyyiin karaa Goondar Humaraan gara naannoo Tigraayitti ergamuu Ministeerri Bishaanii fi Inarjii beeksise. Ogeeyyiin…
Oduu biyya keessaa Afrikaanonni misooma indaastirii fi daldalaaf xiyyeeffannaa kennuu qabu-Obbo Dammaqaa Mokonnin Debela Tadesse Nov 23, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 14, 2015(FBC)- Afrikaanonni misooma indaastirii fi daldalaa isaanii cimsuuf xiyyeeffannaa kennuu akka qaban Ittaanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo…
Oduu biyya keessaa Shaashamanneetti pirojektiin bishaan dhugaatii jiraattota kuma 100 fayyadamtoota taasisu hojjetamaa… Debela Tadesse Nov 23, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 14, 2015(FBC)- Bulchiinsa Magaalaa Shaashamanneetti pirojektiin bishaan dhugaatii jiraattota kuma 100 fayyadamtoota taasisu Birrii miiliyoona 60’n hojjetamaa jiraachuu…
Ispoortii Moorokoo 0 – 0 Kirooshiyaa Sifen Megersa Nov 23, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 14, 2015 (FBC) – Taphni Waancaa Addunyaa 22ffaan Moorokoo fi Kirooshiyaa gidduutti taphatame goolii malee qixa xumurame. Tapha waancaa Addunyaa 22ffaa hanga ammaatti…
Oduu biyya keessaa Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad Dippilomaatotaaf leenjii kennan Debela Tadesse Nov 23, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 14, 2015(FBC)-Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Akkaadaamii Hoggansa Afrikaatti argamuun Dippilomaatotaaf leenjii kennaniiru. Muummeen Ministiraa Imaammataa hariiroo…
Fayyaa Daandiin qilleensichaa meeshaalee yaalaa Toonii 10 ta’u deeggarsa taasiise Sifen Megersa Nov 23, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 14, 2015 (FBC) – Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa meeshaalee yaalaa Fayyaa Toonii 10 ta’u deeggarsa taasiiseera. Dhaabbata Xiyyaara Eerbaasii Oomishuu fi Dhaabbata…