Koomishiniin marii biyyaalessaa nageenya waaraaf jaarsolii biyyaa waliin mari’achaa jira
Finfinnee, Sadaasa 12, 2015 (FBC)–Koomishinii Marii Biyyaalessaa Ityoophiyaa nageenya waaraa mirkaneessuuf jaarsolii biyyaa waliin mari’achaa jiraachuun ibsame.
Kaayyoo koomishinichi…